Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsotni magaalaa lamaa fi naannooleen 4 galmee kaadhimaamtootaa hanga Gurraandhala 21tti akka xumuran Boordiin Filannoo beeksise

Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) – Bulchiinsotni magaalaa lamaa fi naannooleen 4 galmee kaadhimaamtootaa hanga Gurraandhala 21tti akka xumuran Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksise.
Boordichi Bulchinsi magaalaa Finfinnee fi Dirree Dawaa akkasumas naannoon Oromiyaa, Beenishaanguul Gumuuz, Hararii fi Gambeellaa hanga Gurraandhala 21tti galmee kaadhimaamtootaa akka xumuran ibseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.