Bulchiinsi Magaalichaa raawwii karoora baatiiwwan salgan darbanii gamaaggamaa jira
Finfinnee, Eebla 27, 2015(FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee waltajjii gamaaggama raawwii karoora baatiiwwan salgan darbanii gaggeessaa jira.
Gamaaggamichaan raawwii hojiilee gurguddoo bulchiinsa magaalichaa baatiiwwan salgan darbanii fi hojiilee baatiiwwan hafanitti xiyyeeffannoon hojjechuuf karoorri qabamerratti kan mari’atamu ta’uu ibsameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.