Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi magaalichaa lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa taasisuuf kan banaman lakkoofsa herrega baankoota ifoomse

Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa taasisuuf kan banaman lakkoofsa herrega baankoota ifoomseera.

Bulchiinsi magaalichaa waamicha biyya baraaruu marsaa 3ffaan waraana gareen ABUT baneen lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasisuuf lakkoofsa herrega baankoota garagaraatti banaman ifoomseera.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.