Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi magaalichaa lakkoofsa sararoota bilbilaa eeruu fi komiiwwan hawaasa itti fudhatu ifoomse

Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lakkoofsa sararoota bilbilaa eeruu fi komiiwwan hawaasa itti fudhatu ifoomseera.

Bulchiinsi magalichaa kutaa hawaasa adda addaa waliin marii taasisaa kan ture yoo ta’u, marichaanis yaadotaa fi galteewwan hedduu hawaasicharraa walitti qabuu ibsameera.

Bu’uruma kanaan lakkoofsa sararoota bilbilaa eeruu fi komiiwwan hawaasa itti fudhatus ifoomseera.

Sararoota bilbilaa 0900640830,  0900640789 fi sarara bilbilaa gababa 9977 irratti sanadoota odeeffannoo barbaachisoo ta’aan karaa Teeleegraamii fi erga gabaabaaf ammoo saraaroota bilbilaa kanneen fayyadamuun akka danda’amuu ragaan waajjira kantiibaa magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.