Bulchiinsi magaalichaa Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Kompiriiheensiivii Raayyaa ittisaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) –Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Kompiriiheensiivii Raayyaa ittisaaf deeggarsa meeshaalee yaalaa Birrii miiliyoona 15tti tilmaamamuu taasiiseera.
Kaantibaan magaalaaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee magaalaa Bishooftuutti argamuun deeggarsa kana laataniiru.
Aadde Adaanach, Gootoota Birmadummaa Biyyaa kabachiisuuf miidhaman yaaluun kabaja ta’uu isaan ogeeyyii yaala fayyaa qaamolee kanneen yaalaa jiran galteeffataniiru.
Raayyaa ittisaa deeggaruun akka dirqamaatti malee akka mirgaatti ilaallamuu hin qabu jedhan.
Maddi:-TOI
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.