Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi magaalichaa dargaggoota kuma 8 ol daandii irraa jiraataan kaasuun leenjisaa jira

Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) –Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee bara baajataa 2013tti dargaggoota kuma 8 ol daandii irraa jiraataan kaasuun leenjisaa jiraachuun ibsame.
Sagantichi ayyaana Qillee sababeeffachuun dargaggoota daandii irra jiraataan ga’oomsuu fi ceesisuun qoodinsa qabeenyaa haqaa mirkaneessuu mata duree jedhuun raawwatameera.
Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaalitiitti kan gaggeeffame sagantichi qopheessummaa Biiroo Hojjetaa fi Hawaasummaa Bulchiinsa Finfinnee ta’uu ibsameera.
Qophicharratti Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee, Ministira Dhimma Hojjataa fi Hawaasummaa Dooktar Ergoogee Tasfaayee dabalatee anga’oonni mootummaa olaanoon argamaniru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.