Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi magaalichaa adda waraanaa Walloof deeggarsoota garaagaraa Birrii miiliyoona 16 olitti tilmaamaman laate

Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee adda waraanaa Walloof deeggarsoota Birrii miiliyoona 16 olitti tilmaamamaan laateera.

Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee guyyaa har’a Magaalaa Samaarratti argamuun deeggarsicha hoggantoota bulchiinsa magaalaa Affaarii fi hoggantoota raayyaa ittisa biyyaaf laataniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.