Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi Magaalaa Shaggar manneen barnootaa 27’f Koompiyuutaroota raabse

Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Shaggar Manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa 27’f Koompiyuutaroota 125 raabsuu beeksise.

Deeggarsi taasiifame kun hanqina galteewwanii kan hir’isuu fi Manneen Kitaabaa diijitaalessuuf qooda olaanaa qabaachuu Itti Gaafatamaan Waajjira Barnootaa bulchiinsa magaalichaa Obbo Firakiyyaa Kaasahuun ibsaniiru.

Koompiyuutaroota galteewwan hunda guutatan Birrii miiliyoona 11 bituun raabsuu himaniiru.

Taarik Addunyaatu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.