Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii hojii baatiiwwan 6 gamaaggamaa jira

Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii hojii baatiiwwan 6 gamaaggamaa jira.

Waltajjicharratti itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee dabalatee hoggantoonni olaanoo magaalicha hirmaataa jiru.

Bara baajatichaatti hojiwwan baatiwwan 6tti karoorfaaman raawwiin isaanii ni gamaaggamamaa.

Baatiwwan jahaan keessaatti rakkoolee ijoo magaalichaa furuu, alseerummaa ittisuu fi proojetiwwan eegalamaan xumuruuf raawwii ni ka’aan eegama.

Yisamw Adaraatu gabaase

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.