Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Proojektoota daandii ijaarsisaa ture eebbisiise

Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC) –Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Proojektoota daandii iddoolee hedduutti ijaarsisaa ture har’aa eebbisiiseera.

Sirna eebbaa kanarratti Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon bulchiinsa magaalichaa biroo argamuu ragaan waajjira Kaantibaarraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.