Bulchiinsi magaalaa Finfinnee ilma Ajaja Dhibbaa Geetaachoo Morodaa fi guddiftoota isaaf mana jireenyaa laate
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee ilma goota birmadduummaa biyyaa kabachiisuu aarsaa kan ta’ee Ajaja Dhibbaa Geetaachoo Morodaa fi guddiftoota isaaf mana jireenyaa laachuu isaa Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee beeksisaniiru.
Aadde Adaanach Abeebee fuula miidiyaa hawaasaa isaanii akka ibsaniiti, guyyoota 40 bobaa abbaa isaa jala taa’ee Ityoophiyaaf lolaa kan turee daa’imni Biiniyaam Geetachoo (Abbaa Biyyaa) fi guddiftoota adaadaawwan isaa qaamaan argeera jedhan.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.