Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Godina Geede’oof iddoo ijaarsa wiirtuu aadaa laate
Finfinnee, Caamsaa 21, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Godina Geede’oof iddoo ijaarsa wiirtuu aadaa laateera.
Sirna walharkaa fiidhinsaa kanarratti Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee dabalatee hoggantoonni mootummaa bulchiinsa magaalichaa, hoggantoonni mootummaa bulchiinsa Naannoo Ummattoota Kibbaa, bulchaa olaanaa Godina Geede’oo fi keessummoonni waamichi taasifameef argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.