Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Godina Baaleetti lammiilee hongeen miidhamaniif maallaqaa Birrii miiliyoona 78 deeggarsa taasiise

Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) –Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee hawaasa Baalee fi Baalee Bahaa Hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 78 fi akaakuu taasiiseera.
Jilli Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee, Af-Yaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahimaanii fi Af-Yaa’ii Magaalaa Finfinnee Aadde Buzeenaa Abdulqaadiriin durfamu ganama kana magaalaa Roobee galuun lammiilee sababa hongeen miidhamaniif deeggarsa akaakuu fi maallaqaa taasiisuu ragaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii Godina Baaleerraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.