Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona 200 ol lammiilee naannoo Afaarii buqqa’aniif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) –Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona dhibba 2 ol lammiilee naannoo Afaarii buqqa’aniif deeggarsa taasiiseera.
Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee deeggarsich Preezdaantii naannoo Afaar obbo Awwal Aarbaaf laataniiru.
Bulchiinsi magaalichaa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 50 maallaqaan, birrii miiliyoona 50 ammoo akaakuun deeggarsa taasiise.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.