Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa Qaamolee Nageenyaa naannoo Afaaritti argamaniif deeggarsa taasiise

Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa Qaamolee Nageenyaa adda waraanaa naannoo Afaaritti argamaniif deeggarsa horii Qalmaa taasiiseera.

Kantibaa magaalaa Dirree Dawaa Obbo Kadir Jahaar dabalatee hoggantoonni bulchiinsa magaalichaa horii Qalmaa miseensota kanneeniif laataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.