Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsa saba Awwiitti baalli sammuu namaa hadoochu kiiloo giraamiin 960 too’atame

Finfinnee, Hagayya 19, 2012 (FBC) –Bulchiinsa saba Awwiitti baalli sammuu namaa hadoochu kiiloo giraamiin 960 too’atame.

Bulchiinsa saba Awwiitti baalli sammuu namaa hadoochu karaa seeraan alaa daddabarfamaa ture kiiloo giraamiin 960 too’atameera.

Bulchiinsa saba Awwiitti hogganaan waajjira bulchiinsa magaalaa Daangilaa Inispeektar Dassaaleny Tamaarii kaleessaa ganama konkolaataan Ayisuuzuu baala sammuu namaa hadhioochu fe’ee Finfinnee irraa gara Baahir Daar  imalaa otuu jiru too’atamuus himaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.