Fana: At a Speed of Life!

Lammii Kuraa kutaa magaalaa Finfinnee 11ffaa ta’uun ragga’e

Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) -Manni Maree Finfinnee Lammii Kuraa kutaa magaalaa Finfinnee 11ffaa ta’uun ragga’e.
 
Manni maree Bulchiinsa magaalaa Finfinnee olmaa isaa waree boodaan wixinee labsii hundeeffama magaalotaa fi aanootaa irratti marii’achuun murtoo dabarseera.
 
Bu’uuruma kanaan kutaan magaalaa Lammii Kuraa kutaa magaalaa 11ffaa ta’uun ragga’uu ragaan preesi sekreeteriyaatii Finfinnee irraa argame ni muldhisa.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.