Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti sagantaan Tajaajila lammummaa Gannaa eegalame

Finfinnee, Caamsaa 24, 2016 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Adaamaa kutaa magaalaa Booleetti sagantaa Tajaajila Lammummaa Gannaa eegalchiiseera.

Har’a sagantichaan ijaarsi Mana harka qalleeyyii fi Oolmaa Daa’immanii ifatti eegaleera.

Sagantaa jalqabsiisa hojii tola Ooltummaa kanarratti Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaan Kilaastera Hawaasummaa Obbo Abddulhaakim Muluu fi Kantiibaan Mahaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldee dabalatee Hooggantoonni olaanoon magaalichaa sagantaa kana eegalchiisaniiru.

Lalisee Tasfaayee fi Abdallaa Amaantu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.