Fana: At a Speed of Life!

Bu’aan riiformii deddeebii fi dadhaabbii ummataa hirdhisuun safaramuu qaba- Aadde Adaanech Abeebee

Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC)-Riifoormii hojiirra oolchuun tajaajila dhaqqabamaa fi si’ataa taasisuuf hojiilee hojjetamaa jiraaniin bu’aa gaariin argamaa jiraachuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ibsan.

Guyyaan Riiformii Qaammee 2, bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Ejensii Galmeessa Siiviliifi fi Tajaajila Jiraattotaatti kabajameera.

Riifoormiiwwan tekinooloojiin deggaruun tajaajiloota kennaman ammayyeessuu danda’amuun ibsameera.

Cancala tajaajilaa fi tajaajilamaa gidduutti rakkoo uumaa ture kutuun miira tajaajiltumma gonfachiisuun bara hojii gaariin itti hojjetame ta’uu himuu isaanii AMN gabaaseera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.