Fana: At a Speed of Life!

Bu’aan qorannoo haleellaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Izzii Kabaarratti raawwateen walqabatee jiru ifoome

Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Namoota yakka biyya ganuun, haleellaa fi shororkeessummaan shakkamuun himatanii ajajni qabamuu irratti ba’e 349 keessa 124 to’annoo jala ooluu ibsameera.
Onkololeessa 24, 2013 naannoo Tigraayitti haleellaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Izzii Kabaarratti raawwateen walqabatee Poolisiin Federaalaa fi Abbaan Alangaa Waliigalaa bu’aa qorannoo irra ga’an ifoomsaniiru.
Shakkamtoota kanneenirratti ragaan namaa fi sanadaa 680 dhiyaachuu ibsameera.
Ajjeechaa Jumlaa Maayikaadiraan walqabatee namoonni 279 yakkicha keessatti hirmaachuu himameera.
Isaan keessaa 36 to’annoo jala ooluus ibsameera.
Tizzitaa Dassaalenyitu gabaase.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.