Fana: At a Speed of Life!

Bu’aa seenaan hin daganne galmeessuuf qophiin biqiltuu qopheessuu taasiifamaa jira – MM FDRI Abiy Ahimad

Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Bu’aa seenaan hin daganne galmeessuuf qophiin biqiltuu qopheessuu taasiifamaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru.
Karoora waggaa 4f karoorfanne milkeessuuf qofa osoo hin taane bu’aa seenaan hin daganne galmeessuuf qophiin biqiltuu qopheessuu taasiifamaa jira jedhan.
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa ganna dhufu waggaa 4ffaa isaa qabata jedhan Fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.