Fana: At a Speed of Life!

Bu’aa argame hamilee taasiisuun tajaajiltummaa Ummataa caalmaatti mirkaneessuuf ni hojjenna – Aadde Adaanach Abeebee

Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Piroojektoota Birrii biiliyoona 2 oliin ijaaraman eebbisuun tajaajilaaf banaa taasisan.

Aadde Adaanach bu’aa argame hamilee taasiisuun tajaajiltummaa Ummataa caalmaatti mirkaneessuuf ni hojjenna jedhan Fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

Pirojaktoonni kunneen gaafilee uummataa kan deebisan, fedhii hawaasaa dabalaa deemu kan yaada keessa galchanii fi waadaa ummataaf galle hojiirra oolchuu keenya kan agarsiisu jedhan.

Yeroo hunda hojii hojjennetti osoo hin quufin bu’aa argame hamilee gochachuun tajaajiltummaa Ummataa gochaan mirkaneessaa caalmaatti hojjechuuf kan tattaafannu ta’uu keenya ragaa guddaadha.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.