Oduu biyya keessaa Ayyaanni Mawulidaa 1499ffaan guyyaa boru kabajama Tsehay Guluma Sep 14, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2017 (FBC)-Ayyaanni Mawulidaa 1499ffaan guyyaa boru kan kabajamu ta’uu Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa beeksise. Ayyaanichi wayita kabajamu hojiilee gaarii…
Oduu biyya keessaa Inisheetivii Baala Shaayii: Gulantaa Ittaanu Debela Tadesse Sep 13, 2024 0 Mootummaan Naannoo Oromiyaa galmoota sektara qonnaatiin milkeessuuf socho’aa jiru keessaa tokko omisha al-ergii dabaluu, gos-daneessuufi qulqullinaan guddisuu yoota'u, galma kana milkeessuu…
Oduu biyya keessaa Ambaasaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ergamtuu Addaa Barreessaa DhMG waliin mari’atan Debela Tadesse Sep 13, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC)- Ministirri Ministeeraa Dhimma Alaa Ambaasaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Gaanfa Afrikaatti Ergamtuu Addaa Barreessaa Dhaabbata Moorummoota Gamtoomanii…
Oduu biyya keessaa Walitti bu’iinsa Naannolee Somaalee fi Afaaritti mudatee ture akka dhaabbatu taasifamuun ibsame Debela Tadesse Sep 13, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC)- Walitti bu’iinsi Naannolee Somaalee fi Afaar gidduutti mudatee ture akka dhaabbatu taasifamuu Koreen Biyyaalessaa Hundaa’e beeksise. Korichi gamaaggama…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa Badhaasa GeejjibaTurizimii olaanaa badhaafame Sifen Megersa Sep 13, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Badhaasa Geejjiba Turizimii olaanaa badhaafameera. Fooramii hoggansaa Turizimii 2024 Boostiwaanaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech hojiilee misooma Koriidarii magaalaa Bishooftuu daawwatan Sifen Megersa Sep 13, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinee Aadde Adaanech Abeebeen hojiilee misooma Koriidarii magaalaa Bishooftuu daawwataniiru. Aadde Adaanech daawwannichaan booda…
Idil Addunyaa Raashiyaan beekkamtii dippilomaatota Ingiliz ja’a haqxe Debela Tadesse Sep 13, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC)- Raashiyaan yakka basaasaan kan shakkiteen dippiloomaatota Ingiliz ja’a beekkamtii isaanii haquu beeksiste. Tajaajilli Nageenyaa fi Tasgabbii Raashiyaa,…
Oduu biyya keessaa Manni Barumsaa Ifa Boruu Magaalaa Shireetti ijaaramaa ture xumuramuun tajaajilaaf qophaa’e Sifen Megersa Sep 13, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC) – Deeggarsa Mootummaan Naannoo Oromiyaan Baasii Birrii miiliyoona 179'n Magaalaa Shireetti kan ijaarame Manni Barumsaa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa xumuramuun…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa badhaasa ‘Istaar Waayid Awwaardi’ bara 2016 argate Sifen Megersa Sep 13, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa dhaabbata mootummaa tajaajila si’ataa kennu jedhamuun sagalee ummataan badhaasa‘Istaar Waayid Awwaardi’ bara 2016…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan miseensa guutuu Dhaabbata Ogummaa Idila Addunyaa taate Debela Tadesse Sep 13, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan waraqaa ragaa miseensa guutuu Dhaabbata Ogummaa Idil Addunyaa fudhatte. Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Mufaariyaat Kaamiil,…