Oduu biyya keessaa Magaalichatti misoomni Koriidarii boqonnaa 2ffaan eegale Tsehay Guluma Oct 8, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti misoomni Koriidarii boqonnaa 2ffaan eegaluu Kantibaan Magaalichaa Aadde Adaanech Abeebeen ibsan. Aadde Adaanech…
Oduu biyya keessaa Godinichatti Qonnaan Bultootaa fi Horsiisee Bultootaaf Paampiin Motoraa raabsame Tsehay Guluma Oct 8, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC)- Biiroon Qonna Oromiyaa Godina Shawaa Bahaatti Qonnaan Bultootaa fi Horsiisee Bultootaaf Paampii motoraa kuma 2fi 300 ol raabseera. Karoora Misooma…
Ispoortii Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Waliigalaa gaggeessaa jira Sifen Megersa Oct 8, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Waliigalaa 16ffaa Galma Walga'ii Gamtaa Afrikaatti gaggeessaa jira. Pireezidaantiin Federeeshinii…
Teeknooloojii Damee Artifishaal Intelejansii Afrikaa guddina waliigalaaf oolchuun barbaachisaadha – Obbo Tamasgeen Sifen Megersa Oct 8, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Koonfiraansiin Artifishaal Intilejansii Paan Afrikaa 3ffaan Magaalaa Finfinnee taa’amuu eegaleera. Konfiraansichi mata duree "Afrikaa Artifishaal…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee damee Loojistiksiin mul’atan furuuf qindoominaan hojjetamaa jiraachuun ibsame Tsehay Guluma Oct 8, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC)- Rakkoolee damee Loojistiksiin mul’atan furuuf qaamoolee dhimmichi ilaallatu waliin qindoominaan hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii…
Biiznasii Sadarkaa qulqullina Bunaa fooyyesuun sharafa alaa guddisuuf hojjetama jira jedhame Sifen Megersa Oct 8, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Sadarkaa qulqullina Bunaa fooyyesuun sharafa alaa Buna irraa argamu guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetama jiraachuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa karoora dhiyaate raggaasise Tsehay Guluma Oct 8, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Manni Maree Fadereeshinii Yaa’ii Idilee 1ffaa bara hojii 4ffaa gaggeessaa jira. Manni marichaa ajandaalee dhiyaatanirratti mari’achuu eegaleera.…
Oduu biyya keessaa DhMG tumsa misoomaa Itiyoophiyaaf taasiisu cimsee kan itti fufu ta’uu beeksise Tsehay Guluma Oct 8, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii galmoota misoomaa Itiyoophiyaa hojiirra oolchuuf deeggarsa taasiisu cimsee kan itti fufu ta’uu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon Pireezidaanti FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen baga gammaddan jedhan Tsehay Guluma Oct 8, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon Pireezidaantii FDRI haaraa ta'uun kan moggaafaman Taayyee…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Federeshinii Yaa’ii Idilee gaggeessuu Eegale Tsehay Guluma Oct 8, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Manni Maree Federeshinii yaa’ii idilee 1ffaa bara Hojii 4ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa’ichi ajandaalee dhiyaatan raggaasisuun kan eegale ta’uu ragaan…