Oduu biyya keessaa Jila Odaa Buluu Debela Tadesse Oct 14, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC)- Caasa sirnaa Gadaa keessattii iddii dhaloota ilmaan Booraana warraa Laduutii fi warraa Bokkuu jedhamuun fulaa lamattii qoodama. Akka hubacha toluuf…
Oduu biyya keessaa Dargaggeessa ogummaa hojii mukaan dinqisiifannaa olaanaa horate Sifen Megersa Oct 14, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti dargaggeessa ogummaa hojii mukaan dinqisiifannaa olaanaa horate Laayinee Lammaa. Dhiibbaa Abbaa isaan hojii muka bocuu kan…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti facaasaan misooma jallisii bara 2017 eegalame Sifen Megersa Oct 14, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC) – Godina Jimmaatti bara kana lafa hektaara kuma 500 ol jallisiin misoomsuuf ha’a Aanaa Dedootti facaasaan eegalamuu ibsameera. Bulchaan godina Jimmaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa Embaasiiwwan garaagaraatti kabajame Sifen Megersa Oct 14, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC) – Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa 17ffaan Embaasiiwwan Itiyoophiyaa biyyoota garaagaraatti argamanitti kabajameera. Guyyaan Embaasii Itiyoophiyaa,…
Oduu biyya keessaa Alaabaan Itiyoophiyaa mallattoo Haqaa,Tokkummaa, Walqixxummaa, Gootummaa fi Sabdaneessummaatti- Obbo… Tsehay Guluma Oct 14, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC)- Alaabaan Itiyoophiyaa mallattoo Haqaa, Tokkummaa, Walqixxummaa, Gootummaa fi Sabdaneessummaatti jedhan Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa Magaaloota Oromiyaa garaagaraatti kabajame Sifen Megersa Oct 14, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC) – Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa 17ffaan Magaalota Oromiyaa garaagaraatti kabajameera. Guyyaan kun Magaalaa Shaashamannee fi Jimmaatti qophiilee adda…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa Ministeera Raayyaa Ittisaatti kabajame Sifen Megersa Oct 14, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC) – Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa 17ffaan Ministeera Raayyaa Ittisaatti kabajameera. Qondaaltoonni olaanoon Raayyaa Ittisaa, miseensonni Raayyaa Ittisaa…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonni Biiroolee Naannoo Oromiyaa guyyaa Alaabaa kabajan Debela Tadesse Oct 14, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC)-Hojjettoonni Biiroolee Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa alaabaa mataduree "Alaabaan keenya tokkummaa biyyaaleessaaf, birmadummaafi ol ka'iibsa…
Oduu biyya keessaa Hammattoon waliigaltee tumsa laga Naayil kaleessa gara raawwitti gale, haqa qabeessummaan kan… Sifen Megersa Oct 14, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC) – Hammattoon waliigaltee tumsa laga Naayil hojiitti galuun seerota duraanii haquun haqa qabeessummaan kan mirkaneessu ta’uu Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Hiiknii fi gatiin Alaabaa Itiyoophiyaanotaaf Bakka olaanaa qaba-TKM Tsehay Guluma Oct 14, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC)- Hiiknii fi gatiin Alaabaa Itiyoophiyaanotaaf Bakka olaanaa qaba jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Tajaajilichi Guyyaa Alaabaa 17ffaa…