Teeknooloojii Halluu ibsaa akkamiitu hirribaaf filatamaadha- qorannoo Obse Wakgari Dec 18, 2019 0 Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC0 - Akka qorattoonni Yunivarsiitii Maanchsitar jedhanitti ifti cuqulisaa meeshaalee kanneen akka bilbilaa fi kompiitara irraa argannu rakkoo ijoo hirriba…
Oduu biyya keessaa Maallaqa biyyaa baqfame deebisiisuuf hojjetamaa jira jedhame Obse Wakgari Dec 18, 2019 0 Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Maallaqa biyyaa baqfame gara biyyaatti deebisuuf hojjetamaa jiraachuu Abbaan Alangee Waliigalaa beeksise. Waggoottan darbanitti seeraan ala qabeenya…
Oduu biyya keessaa Koomiishinichi Injiinar Taakkalaa Uumaa waliin mari’atee Obse Wakgari Dec 18, 2019 0 Koomiishinichi Injiinar Taakkalaa Uumaa waliin mari'atee Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Miseensonni Koomiishinii Bulchiinsa Daangaa fi Dhimmoota Eenyummaa itti aanaa kantiibaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Madrakii fi Sochiin Biyyoolessaa Amaaraa filannoo bara 2012f qophaa’aa jiraachuu beeksisan. Obse Wakgari Dec 18, 2019 0 Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Madrakii fi Sochiin Biyyoolessaa Amaaraa filannoo bara 2012f qophaa'aa jiraachuu beeksisan. Qindoominni paartilee afurii Madrak (Koongirasii…
Oduu biyya keessaa Saatalaayitiin Ityoophiyaan Jimaata dhuftu gara hawaatti furgugsitu ragaalee funaanuun… Obse Wakgari Dec 18, 2019 0 Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Saatalaayitiin Ityoophiyaan Jimaata dhuftu gara hawaatti furgugsitu ragaalee funaanuun dhaabbileedhaf erguun gumaacha olaanaa kan qabaattu ta'uun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Dhaabbilee barnootaa olaanoo keessatti nagaa buusuuf qooda isaanii kan ba’an ta’uu Paartiileen… Obse Wakgari Dec 18, 2019 0 Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Dhaabbilee barnootaa olaanoo keessatti nagaa buusuuf qooda isaanii kan ba’an ta’uu Paartiileen siyyaasaa naannoo Oromiyaa fi Amaaraa keessa socho’an ibsan.…
Oduu biyya keessaa Abbootiin gadaa walitti dhufeenya biyyaaleessaa cimsuuf hojjechuu qabu Obse Wakgari Dec 18, 2019 0 Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Abbootiin gadaa aadaa muuxxannoo walitti bu’iinsa hiikuu qaban fayyadamuun hariiroo biyyaaleessummaa cimsuuf hojjechuu akka qaban gaafatamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Koreen dhaabbii dhimma qabeenya uumamaa, jallisii fi inarjii Hidha Haaromsaa daawwate Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Koreen dhaabbii dhimma qabeenya uumamaa, jallisii fi inarjii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI raawwii ijaarsa Hidha Haaromsaa daawwate. Itti…
Idil Addunyaa Paartileen Sudaan Kibbaa mootummaa waloo hundeessuuf waliigalan Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Paartileen Sudaan Kibbaa mootummaa waloo hundeessuuf waliigalan. Preezdaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir…
Oduu biyya keessaa Jila aadaa Ityoophiyaaf Karanitti simannaan taasifame Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Jila aadaa Ityoophiyaa daawwidhaaf Eertiraa jiruuf Karanitti simannaan taasifameef. Jilli diippiloomaasii hawaasummaa Ityoophiyaa…