Oduu biyya keessaa Manni marichaa wixineewwan labsii raggaasise Obse Wakgari Dec 24, 2019 0 Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa walga'iisaa har'a gaggeessen labsiiwwan adddaarratti ega mari'ateen booda raggaasise. Manni marichaa walga'ii idilee…
Idil Addunyaa Indooneezhiyaatti bala konkolaata qaqqabeen lubbuun namoota 24 darbe Obse Wakgari Dec 24, 2019 0 Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Indooneezhiyaatti balaa konkolaata deddeebisaa ummatarra qaqqabeen lubbuun namoota 24 darbu himame. Balaan kunkan qaqqabe Indooneezhiyaa kutaa…
Waajabila Faanaa Lammii Indoneezhiyaa adala 250 waliin jiraattu Obse Wakgari Dec 24, 2019 0 Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Lammiin Indoneezhiyaa adurroota adala 250 guddisaa jirti. Naannoo qarqara magaalaa Jaakaartaa kan jiraattu dubartiin Diittaa Agustaan…
Oduu biyya keessaa Tuuriizimiin Ityoophiyaa galii madaalamaa akka argamuuf hojjetama jira jedhe Wabi Fufa Dec 24, 2019 0 Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) - Tuuriizimiin Ityoophiyaa bakkeewwaan daawwaanaa biyyattiin qabdu waliin galii madaalamaa akka argamuuf hojjetama jirachuu ibsame. Daayreekteerri…
Oduu biyya keessaa Weerarri awwaannisaa Baalee aanaa Raayituutti mudate Obse Wakgari Dec 24, 2019 0 Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Weerarri awwaannisaa naannoo Oromiyaa godina Baalee aanaa Raayituutti mudate. Waajjirri Dhimmoota Koominikeeshinii Aanaa Raayituu akka beeksisetti…
Idil Addunyaa Hojii raawwachiisaan Booyiing hojiirraa gaggeeffame Wabi Fufa Dec 24, 2019 0 Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Hojii Raawwachiisaan Booyiing; Deeniis Muuliinbarg hojiirraa gaggeeffamaniiru. Hoji raawwachiisaan Booyiing Deeniis Muuliinbarg sababii oomisha…
Fayyaa Ciree dura sochii qaamaa taasisuun coomni akka hin baayyanne taasisa- Qorannoo Wabi Fufa Dec 24, 2019 0 Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Qorannoon tokko akka ifoomsetti ciree otuu hin nyaatin sochii qaamaa taasisuun coomni garaa keessatti akka hin baayyanne taasisa. Ciree nyaachun dura…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Odeeffannoo Biyyoolessaa hojii haaromsaa hojjechaa jiraachuu beeksise Obse Wakgari Dec 24, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Tajaajilli Odeeffannoo Biyyoolessaa shororkeessitoonni idil addunyaa miidhaa osoo hin qaqqabsiisin to'achuu beeksise. Jeneraal daayreektarri olaanaa…
Oduu biyya keessaa Hanqinni boba’aa mudate, sochii gufachiisaa jira Obse Wakgari Dec 23, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Hanqinni boba'aa magaalaa Finfinnee fi magaalota naannootti mudate sochii gufachiisaa jira. Faanaa Broodkaastiing Koorporeet buufataalee raabsaa…
Biiznasii Oromiyaatti carraa hojii miiliyoona 1 ol uumun karoorfamus, raawwiin baatiiwwan sadan darbanii gadi… Obse Wakgari Dec 23, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti carraa hojii miiliyoona 1 ol uumun karoorfamus, raawwiin baatiiwwan sadan darbanii gadi aanaa ture jedhame. Biiron Dubartoota,…