Oduu biyya keessaa ABUT yaa’ii waliigalaa waame Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Addi Bilisummaa Ummata Tigraay(ABUT) yaa'ii waliigalaa waame. Addichi yaa'ii dhaabbattummaasaa booru Muddee 25 fi iftaan Muddee 26,2012 kan gaggeessu…
Ispoortii Federeeshiniin Kubbaa Miilaa FDRI hojjettoota isaa galateeffate Sifen Megersa Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa FDRI hojjettoota yeroo dheereef tajaajilan galateeffate. Federeeshinichi hojjettoota isaa bara dheeraaf mana hojichaa…
Teeknooloojii Hindi yeroo jalqabaaf namoota gara hawaatti erguufi Sifen Megersa Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Ejensiin Hawaa Hindii yeroo jalqabaaf namoota 4 gara hawaatti erguuf qophiirra jiraachuu beeksiseera. Karoorri kunis hanga bara Faranjootaa 2022tti…
Oduu biyya keessaa Injiiner Taakkalaa Uumaan barattoota Kompiiyuutara badhaasan Sifen Megersa Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Injiiner Taakkalaa Uumaan ayyaana Qillee sababeeffachuun barattoota Kompiiyuuta Taabileettii badhaasaniiru. Itti aanaa kaantibaan magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee invastimantii alaa harkisuu mudataa jiran furuuf waltajjiin qindoominaa hundaa’e Sifen Megersa Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC)- Rakkoolee invastimantii alaa harkisuu mudataa jiran furuuf waltajjiin qindoominaa hundaa’uun himameera. Rakkoolee adeemsa invastimantii harkisuu mudataa…
Balballoommii fi yaada Magaalaa Finfinneetti wiirtuu to’annoo tiraafika ammayyaa’a ijaaruuf waliigalteen mallattaa’e Wabi Fufa Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baasii Birrii Miiliyoona 800 fi miiliyoonaa 31 wiirtuu to’annoo tiraafika ammayyaa’a ijaaruuf Dhaabbata Kominikeeshinii fi…
Teeknooloojii Meeshaa nageenya namtolchee ogeessoota fayyaarra bifaa fooyyee qabuun kaanserii harmaa akka adda… Wabi Fufa Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Meeshaan nageenya namtolchee Al jedhamu dhibee kaanserii harmaa qorachuurra darbee, ogeessoota fayyaa caalaa to’annoo akka taasisu ibsameera. Meeshichi…
Idil Addunyaa Balaa Ibiddaa bosona Awustiraaliyaatti mudateen lubbuun namoota 18 darbe Sifen Megersa Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) - Balaa ibiddaa bosona Awustiraaliyaatti mudateen lakkoofsi namoota du’anii 18 irra yoo ga’u manneen kumni 1 fi 300 barbadaa’uu Muummeen Ministiraa biyyaatti…
Ispoortii Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa guyyaa har’as itti fufee jira Sifen Megersa Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) - Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa Istaadiyeemii Magariisa Asallaatti gaggeeffamaa jiru guyyaa har’as itti fufee jira Oolmaa guyyaa…
Oduu biyya keessaa Miseensoonni Komishinii Dhimmoota Eenyummaa fi Daangaa Bulchiinsa obbo Ristuu waliin mari’atan Wabi Fufa Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) - Miseensoonni Komishinii Dhimmoota Eenyummaa fi Daangaa Bulchiinsa Itti Aanaa Preezdaanti obbo Ristuu Yirdaw waliin dhimmoota naannoo fi…