Biiznasii Ayyaana waggaaf meeshaaleen bu’uraa ga’aa ta’e dhiyaate Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Eejansiin Waldaalee Hojii Gamtaa Magaalaa Finfinnee ayyaana Qilleef meeshaalee bu’uraa ga’aa ta’e dhiyeessuu beeksise. Eejansichi…
Balballoommii fi yaada Ministeerichi qabeenya uummaamaa irratti marii gaggeessaa jira Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee Muddee 24, 2012(FBC) – Ministeerri Qonnaa fi Qabeenya Uummamaa hojii qabeenya uummamaarratti magaalaa Adaamaatti marii gaggeessaa jira. Haalaa fi qabiinsa biqiltuu…
Oduu biyya keessaa Tasgabbiin dhabamuun hojii humnoota hokkara uumaniiti – ministeericha Wabi Fufa Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Dhaabbilee barnoota olaanootti sababiin tasgabbiin dhabamuu shira hojii humnoota hokkara umaniiti jedhe Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanoo FDRI.…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitin Finfinnee hayyoota 4f sadarkaa proofeesarummaa laate Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Yuunvarsiitin Finfinnee hayyoota 4f sadarkaa proofeesarummaa laate. Yuunvarsiitichi Koolleejjii Qorannaa Misooma Biyyaa, Koolleejjii…
Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Finfinnee proojaktoota ijaarraman ebbisiise Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee proojaktoota daandiiwwanii 16 fi riqaalee 7 ijaarsi isaanii xumurame ebbisiise.…
Biiznasii Fooramiin invastimantii fi daldalaa Ityoo Kwaataar gaggeeffamuufi Wabi Fufa Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Fooramiin invastimantii fi daldalaa Ityoo Kwaataar gaggeeffamuufi. Fooramichi hariiroo daldalaa biyyoota lameen gidduu jiru gara sadarkaa caalutti akka…
Oduu biyya keessaa Guyyaan sirni Gadaa hambummaan itti galmaa’e waggaa 3ffaan Yaaballootti kabajamaa jira Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Guyyaan ayyaana sirni Gadaa Oromoo Dhabbata Saayinsii, Barnootaa fi Aadaatti hambummaan itti galmaa'e waggaa 3ffaan godina Booranaa magaalaa Yaaballootti…
Teeknooloojii Googl teeknooloojii kaansarii harmaa qoratu ifoomse Wabi Fufa Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Googl teeknooloojii kaansarii harmaa qoratu kalaquu beeksise. Teeknooloojii namtolcheen kun ogeessota fayyaarra dandeettii adda baasuu akka qabu…
Idil Addunyaa Hoggantoonni olaanoo Iiraan Ameerikaadhan ajjeefaman Sifen Megersa Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) –Hoggantoonni olaanoo humna waraanaa fi paarlaamaa Iiraan xiyyaara waraanaa Ameerikaatin ajjeefamuun himame. Hogganaan humna waraanaa Iiraan…
Oduu biyya keessaa Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’iisaa jalqabaa gaggeessaa jira Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa har'a walga'iisaa jalqabaa gaggeessaa jira. Paartichi addarraa gara paartii walitti…