Biiznasii Gatiin boba’aa qinxaaboo haaluma duraan itti fufa Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Gatiin qinxaaboo gurgurtaa boba’aa haaluma duraan kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldala fi Idaastirii beeksiseera. Sosochiin diinagdee fi hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni 102 Sudaanii gara biyyaa deebi’an Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni 102 Sudaanii gara biyyaa deebi'an. Sudaanitti Imbaasiin Ityoophiyaa, Waajjira Ittisaa fi To'annaa Daddabarsa Namoota Seeran…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan lammiilee Soomaaliyaatif deeggarsa qorichaa laatte Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan lammiilee Soomaaliyaa balaa lolaatin miidhamaniif deeggarsa qorichaa laatte. Ityoophiyaan deeggarsa dawaa kana kan laatte…
Ispoortii Gaanaan leenjistoota biyyoolessaa sadarkaa hundarratti argaman gaggeessite Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Waldaan Kubbaa Miillaa Gaanaa leenjistoota biyyooleessaa sadarkaa hundarratti argaman gaggeessuu ishee beeksifte. Waldichi leenjistota olaanaa fi…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Liillii Yooseef waliin mari’atan Wabi Fufa Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hoji gaggeessituu fi hundeessituu Faawundeeshinii Taanjabil Hoopp Liillii Yooseef waliin mari’atan.…
Ispoortii Taphni darbii Oromiyaa booru ni gaggeeffama Sifen Megersa Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Priimiyar Liigii Ityoophiyaa tapha torbee 6ffaa guyyaa boruutin darbiin Oromiyaa magaalaa Adaamaatti ni gaggeeffama. Taphoota shan taphachuun priimiyar…
Oduu biyya keessaa Agarsiisni bunaa idil addunyaa 2ffaan Ityoophiyaatti gaggeeffamuufi Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Agarsiisni, koonfaransii fi baazaariin bunaa idil addunyaa 2ffaan Ityoophiyaatti gaggeeffamuufi. Buna Ityoophiyaa gabaa addunyaatti beeksisuuf asxaan…
Oduu biyya keessaa Naannon Amaaraa sirreeffamtoota 2,135 dhiifama godhe Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Naannon Amaaraa sirreeffamtoota 2,135 dhiifama godhe. Sirreeffamtoonni kanneen mana amala sirreessaatti naamusa gaarii kan agarsiisan ta'uu Abbaan…
Fayyaa Mankuusaan qabbaneessaa qorichaa eebbifame Sifen Megersa Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Eejansiin Dhiyeessii Qoricha Ityoophiyaa mankuusaa qabbaneessaa qorichaa ijaarsisaa ture ebbisiise. Mankuusaan qabbaneessaa qorichaa kun qorichoonni…
Waajabila Faanaa Barsiiftuu daa’ima ishee waggaa 1 baachuun barsiiftu Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Barsiiftuu Ayyaantuu Baldhinaa naannoo Oromiyaa godina Booranaa magaalaa Yaaballoo Mana Baruumsaa Sadarka 1ffaa Daboobettii keessatti barsiisti.…