Oduu biyya keessaa Balaa duursanii eeruu fi ittisuurratti mari’atamaa jira Obse Wakgari Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Balaa duursanii eeruu fi ittisuurratti waltajjiin taa'amaa jira. Koomiishiniin Bulchiinsa Hoggansa Sodaa Balaa Federaalaa waltajjicha…
Waajabila Faanaa Qorannoon sanyii mishingaa fooyyeessuu gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Qorannoon sanyii mishingaa fooyyeessuu deeggarsa Minsiteera Innooveeshinii fi Teeknooloojiin naannoo Yuunvarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinneettii…
Balballoommii fi yaada Eeyyamni jirraa ispoortii dhorkame Sifen Megersa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Eeyyama jirraa(Beetiing) taphoota ispoortii kennuu yeroof dhaabuu isaa Bulchiinsi Lootorii Biyyaaleessaa Ityoophiyaa beeksise. Dursaan garee kenna…
Ispoortii Dorgommii atleetiksii Sanbataa fi Dilbata darbe gaggeeffameen atleetoonni Ityoophiyaa injifataniiru Sifen Megersa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Dorgommii Atleetiksii Sanbataa fi Dilbata darbe Finfinnee dabalatee biyyoota garaagaraatti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa Injifataniiru. Fiigicha…
Oduu biyya keessaa Sabbataattii Kilaashin 52 to’atame Obse Wakgari Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Magaalaa Sabbataattii konkoolataan Kilaashii 52 fe'ee magaalaa Finfinnee seenuuf ture to'atame. Konkolaatichi Boongaarraa meeshaa waraanichaa fe’ee gara…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin buna bosonaa Ityoophiyaa ilaalchisuun Jaappaanitti gaggeeffame Wabi Fufa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Waltajjiin buna bosonaa Ityoophiyaa ilaalchisuun Jaappaan Imbaasii Ityoophiyaatti gaggeeffame. Waltajjii qophaa’e kanarratti buna bosonaa Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee mana marichaarraa beekamtii argate Obse Wakgari Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee jireenya lammiilee geeddaruuf sochii taasisaa jiruuf beekamtii argate. Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI hojii…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa Piitar Maawuraa Ityoophiyaatti daawwanaa hojii… Wabi Fufa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa Piitar Maawuraa Ityoophiyaatti daawwanaa hojiisaanii jalqabaa magaalaa Jigjigaa taasifataniiru. Piitar…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa magaalota Chaayinaa 3tti balallii haaraa eegaluufi Obse Wakgari Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa magaalota Chaayinaa 3ttii balalii haaraa eegaluufi jedhame. Balaliin haaraan kun gara magaalota Choongikiing,…
Oduu biyya keessaa Hanqina dhiyeessii simintoo furuuf hojjetamuu akka qaba Sifen Megersa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) –Hanqina dhiyeessii simintoo furuuf hojjetamuu akka qabu himame. Dhiyeessiin simintoo hanqina qabaachuu bira darbee gatiin isaa dabaluun damee ijaarsaa…