Ispoortii Baarseloonaan Eernastoo Vaalveerdee gaggeesse Sifen Megersa Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) – Gareen kubbaa miilaa Baarseloonaa leenjisaa Eernastoo Vaalveerdee gaggeessuun, Kiikee Seetiinii mindeessuusaa beeksise. Eernastoo Vaalveerdee garicha…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa Jigjigaa daawwatan Obse Wakgari Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa Piitar Maawuraa giddugala deebisanii dhaabuu qamaa midhamtoota magaalaa Jigjigaa daawwatan. …
Oduu biyya keessaa Ministiroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarratti Ameerikaatti… Obse Wakgari Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Ministiroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarratti Ameerikaatti mari'achaa jiru. Ministiroonni kanneen kaleessaa…
Idil Addunyaa Aarri balaa Ibidda bosona Awustiraaliyaa irraa ka’u addunyaa uwwisaa jira jedhame Sifen Megersa Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Aarri balaa Ibidda bosona Awustiraaliyaa irraa ka’u addunyaa uwwisaa jiraachuu Dhaabbanni Qorannoo Hawaa Ameerikaa beeksise. Aarri kun hanga Amajjii 8…
Oduu biyya keessaa Godina Baalee, Booranaa fi Gujiitti Awwaannisa ittisuuf xiyyaaronni dabalataa ergaman Wabi Fufa Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Awwaanisa gammoojjii Godina Baalee, Booranaa fi Gujiitti uumaman ittisuuf xiyyaaronni dabalataa gara naannichaatti akka bobba’an Ministeerri Qonnaa ibse…
Oduu biyya keessaa Ameerikaatti gargaaraan barreessaa dhimmoota Afrikaa Tiiboor Naazh Ityoophiyaa daawwachuufi Wabi Fufa Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Ameerikaatti gargaaraan barreessaa dhimmoota Afrikaa Tiiboor Naazh Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa shan daawwannaa ni taasisu. Tiiboor Naazh…
Oduu biyya keessaa Misooma Bunaa irratti xiyyeeffannoon hojjetamaa jira Sifen Megersa Jan 13, 2020 0 Finfinnee,Amajjii 4, 2012 (FBC) – Bara kana misooma Bunaa irratti xiyyeeffannoon hojjetamaa akka jiru Dooktar Girmaa Amanteen himan. Duullii Buna dulloomee gamashuu godina Jimmaatti…
Biiznasii Ministeerri Galiiwwanii baatii Muddee Birrii biliyoona 18.1 walitti qabe Sifen Megersa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Ministeerri Galiiwwanii baatii Muddee Birrii biliiyoona 18.1 walitti qabuu beeksise. Ministeerichi baatii Muddee bara 2012tti Birrii biliiyoona 18…
Oduu biyya keessaa Manneen Jireenyaa waliinii kumni 38 yeroo dhiyootti jiraattootaaf ni dabarfamu Sifen Megersa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfninnee Manneen jireenyaa waliinii ijaarsi isaanii xumuraman kuma 38 yeroo dhiyootti jiraattootaaf kan dabarsu ta’uu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Rakkoon qulqullina indaastirii ijaarsaa gufuu ta’eera jedhame Obse Wakgari Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Rakkoon qulqullina indaastirii ijaarsaa gufuu ta'uu Ministeerri Misooma Magaalaa fi Koonistiraakshinii beeksise. Ministeerichi Inistiitiyuutii Qorannaa…