Fayyaa Buna dhuguun ulfaatina qaama ni hir’isa- Qoranno Obse Wakgari Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) – Guyyaatti buna siinii afur dhuguun ulfaatina qaama hir’isuuf akka gargaaruu qorannoon takka ibseera. Guyyaatti buna siinii afur dhuguun cooma qaama…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni haada sarara bilbilaa hatan to’ataman Wabi Fufa Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) – Shakkamtoota haada sarara bilbilaa hatan too’achuun qorannoo gaggeessaa jiraachuu Koomishiniin Poolisii Finfinnee beeksise. Haadni kun qabeenyummaan…
Oduu biyya keessaa Proojaktoota ijaarsi isaanii harkifate xumursiisuuf Birriin miiliyoonni 500 ramadameera Obse Wakgari Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) – Proojaktoota ijaarsisaanii harkifate xumursiisuuf Birriin miiliyoonni 500 ramadameera. Sadarkaa itti aanaa preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaatti…
Idil Addunyaa Dhoo’iinsa voolkaanoo Filippiinsitti mudateen jiraattonni hedduun buqaatiif saaxilaman Sifen Megersa Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Dhoo’iinsa voolkaanoo Filippiins dhiyeenya magaalaa Maaniilaatti mudateen jiraattonni hedduun qa’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqa’uun ibsame.…
Idil Addunyaa Ergaa xiyyaarrii Yuukreen doggogoraan misaa’eliin rukutamee kufee booda Iiraan namoota hedduu… Obse Wakgari Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Ergaa xiyyaarrii Yuukreen doggogoraan misaa'eliin rukutamee kufee booda Iiraan namoota hedduu to’annoo jala oolchuu ishee manni murti biyyitti beeksise.…
Teeknooloojii Teeknooloojiin sakandii kudhanitti ilkaan qulqulleessu ifoome Wabi Fufa Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Teeknooloojiin sakandii kudhanitti ilkaan qulqulleessu ifoome. Waggaa darbe dhaabbanni oomisha Y-Brush jedhamu rigaa ilkaanii adda ta’e oomisha haaraa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa keessatti guyyaan namoonni 13 balaa tiraafikaan ni du’u Sifen Megersa Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) –Waltajjiin marii qorannoo nageenya tiraafikaa irratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira. Waltajjiin marii kun haala walii gala nageenya tiraafikaa…
Ispoortii Walaayittaa Diichaan Dalalany Dachaasaa leenjisaa yeroo taasisuun muude Wabi Fufa Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Kilabni kubbaa miilaa Walaayittaa Diichaa muudama hoggansaa taasisuu beeksise. Boordiin kilabichaa sababa qabxii dhabuu fi mormii cimaa deeggartoota…
Oduu biyya keessaa Walga’iin bulchiinsa daangaa Iityoo – Jibuutii, Jigjigaatti taa’amaa jira Obse Wakgari Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Walga'iin bulchiinsa daangaa waloo Iityoo - Jibuutii 26ffaan Jigjigaatti taa'amaa jira. Waltajjichi har'a Amajjii 5 eegalee amma iftaan…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin waloo manneen maree naannoolee sadii gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jan 14, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Waltajjiin waloo manneen maree naannoo Oromiyaa, Afaarii fi Amaaraa magaalaa Samaraatti gaggeeffamaa jira. Waltajjiin sadee kun qopheessummaa mana maree…