Balballoommii fi yaada Gadaan Dharraa haarome Obse Wakgari Feb 3, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Dharraatti sirni Gadaa Oromoo haarome. Sirnichi bakka abbootiin Gadaa, hoggansi amantaa, hoggansi godinaa…
Oduu biyya keessaa Qindeessaan muuziqaa Kumalaa Malaakuu Tagany boqate Obse Wakgari Feb 3, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) –Qindeessaan muuziqaa Kumalaa Malaakuu Tagany boqate. Kumalaa Malaakuu Tagany muuziqaa Artiist Xilaahuun Gassasaa, Mahaammuud Ahimad, Bizuunash Baqqalaa…
Waajabila Faanaa Baasii miidhaginaa hir’isuu dhabuudhan torban heerumtetti gaa’ela ishi diigde Obse Wakgari Feb 3, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Lammiin Jaappaan baasii miidhaginaaf baastu hir’isuu didde torban heerumtetti gaa’ela ishi digde. Kaatoo Saarii shamarreen umrii waggaa 29ti.…
Ispoortii Waldorgommiin walakkaa maraatoonii 21ffaa Bishooftuutti gaggeeffame Wabi Fufa Feb 3, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Waldorgommii walakkaa maraatoonii 21ffaa magaalaa Bishooftuutti gaggeeffameen Atleet Taammiraat Tolaan injifate. Kaayyoon waldorgommichaa naannolee fi…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ityoophiyaanotaa fi dhalattoota Ityoophiyaa biyyoota baha jiddugaleessaa jiraatan waliin… Obse Wakgari Feb 3, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad jalqaba baatii dhuftuutti Ityoophiyaanotaa fi dhalattoota Ityoophiyaa biyyoota baha jiddugaleessaa jiraatan…
Oduu biyya keessaa Rakkoo jijjiirramaa furuun fala yeroo gabaabaa fi dheeraa gaafata- MM Dr Abiy Obse Wakgari Feb 3, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Jijjiirramaan dura Ityoophiyaan sadarkaa jiguurra geesset turte jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad. Muummee ministiraa…
Ispoortii Adaamaan Buna Ityoophiyaa 3-0 injifate Wabi Fufa Feb 2, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) – Tapha Priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 12ffaan Adaamaan Buna Ityoophiyaa 3-0 injifate. Liigiichaan guyyaa har’aa taphoonni 6 kan…
Oduu biyya keessaa Hojiin eegumsa qabeenya uumamaa waggoota arfaan darban hojjetaman sodaa balaa gogiinsaa hir’isuu… Wabi Fufa Feb 2, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) - Hojiin eegumsa qabeenya uumamaa waggoota arfaan darban hojjetaman sodaa balaa gogiinsaa hir’isuu danda’eera. Ityoophiyaatti waggoota arfaan…
Idil Addunyaa Chaayinaan alatti dhukkubsatan vaayrasi koroonaan lubbuun darbe Wabi Fufa Feb 2, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) – Chaayinaan alatti dhukkubsatan vaayrasi koroonaan lubbuun darbe. Chaayinaan alatti duutii jalqabaa vaayrasi Koroonaa mudateen Filippiinsi keessatti…
Oduu biyya keessaa Injiinar Taakkalaa Uumaa proojarktii ijaarsa daandii daawwatan Wabi Fufa Feb 2, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) – Injiinar Taakkalaa Uumaa proojarktii ijaarsa daandii daawwatan. Injiinar Taakkalaa Uumaa proojarktii ijaarsa daandii Lagahaarree – marfata…