Oduu biyya keessaa Gannaalee Daawwaa III ebbifame Sifen Megersa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012(FBC) –Proojaktiin madda anniisaa elektirikaa Gannaalee Daawwaa ebbifame. Sirni eebbaa Proojaktii Gannaalee Daawwaa 3ffaan guyyaa har’aa bakka Muummeen…
Waajabila Faanaa Feesbuukiin daa’ima badde barbaaduuf poolisii Afrikaa Kibbaa waliin hojjechaa jira Wabi Fufa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Feesbuukiin daa’ima badde barbaaduuf poolisii Afrikaa Kibbaa waliin hojjechaa jira. Feesbuukiin daa’ima baddee barbaachisuuf sagantaa Ambar Aleert…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad boqachuu preezdaant Daani’eel Araap Mooyi gadda isaan itti dhaga’ame… Obse Wakgari Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC0 - Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad boqachuu preezdaantii Keeniyaa duraanii Daani’eel Mooyi Araap gadda isaan itti dhaga’ame ibsaniruu. Dooktar…
Idil Addunyaa Preezdaantiin Keeniyaa duraanii Daani’eel Araap boqatan Obse Wakgari Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Keeniyaa duraanii Daani’eel Araap Mooyi boqataniiru. Preezdaantiin Keeniyaa duraanii Daani’eel Araap Mooyi umrii waggaa 95tti eda…
Biiznasii Qindoomina biyyoota baha Afrikaa itti fufsiisuuf Doolaarri biiliyoonni 15 ni barbaachisa jedhame Obse Wakgari Feb 3, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Qindoomina biyyoota baha Afrikaa itti fufsiisuuf Doolaarri Ameerikaa biiliyoonni 15 ni barbaachisa jedhame. Biyyoonni Afrikaa shan hidhata…
Fayyaa Yeroo da’umsaatti du’aatii haadholii hambisuuf qindoominaan hojjetamuu qaba jedhame Obse Wakgari Feb 3, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Yeroo da’umsaa du’aatii haadholii mudatu hambisuuf qindoominaan hojjetamuu akka qabu ibsameera. Naannoo Gaambeellaatti da’umsaan walqabatee…
Ispoortii Priimiyar liigii Ityoophiyaatin Faasiilii fi Sabbataan milkaa’aniiru Obse Wakgari Feb 3, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Priimiyar liigii Ityoophiyaatin Faasiilii fi Sabbataan milkaa'aniiru. Faasiil, Yuunvarsiitii Walwaaloo Addigiraat waliin taphatee 1f 0dhaan…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Geejibaa gamaaggama nageenya daandiirratti EPTSA waliin mari’ate Obse Wakgari Feb 3, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Ministeerri Geejibaa qorannoo gamaaggama nageenya daandiirratti dhaabbata idil addunyaa EPTSA jedhamu waliin mari'ate. Balaa tiraafikaa…
Oduu biyya keessaa Gaggeessitoota hoospitaalaa mootummaa fi dhuunfaf ibsi laatame Wabi Fufa Feb 3, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) - Gaggeessitoota hoospitaalaa mootummaa fi dhuunfaf vaayrasi koroonaa ilaalchisuun ibsi laatameera. Ministerri Fayyaa fi Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa…
Ispoortii Jiyaanii Infaantiinoon sagantaa waancaa Afrikaarratti sirreeffamni akka taasifamu yaada dhiyeessan Obse Wakgari Feb 3, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) –Preezdaantiin Waldaa Kubbaa Miillaa Addunyaa(FIFA) Jiyaanii Infaantiinoon sagantaa waancaa Afrikaarratti sirreeffamni akka taasifamu yaada dhiyeessan.…