Oduu biyya keessaa Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad muudama laatan Obse Wakgari Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad muudama laatan. Haaluma kanaan; 1. Masfin Malaakuu; sadarkaa ministir deettaatti itti gaafatamaa…
Idil Addunyaa Fiinlaad dhiirootaaf eeyyama da’umsaa qixa dubartootaa laachuufi Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Fiinlaad dhiirootaaf eeyyama da’umsaa qixa dubartootaa laachuuf akka ta’e himame. Hojmaata ammaa jiruun biyyaattiItti dubartootaaf eeyyamni…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Goondar Kaameeraa nageenyaa hojii eegalchiise Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Yuunvarsiitiin Goondar nageenyaa barattootaa fi hojii baruuf barsiisuu karaa naga’aan itti fufsiisuuf Kameeraawwan nageenyaa 158 iddoo hicciitii…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Tiraaktaroota 12 naannooleef gumaache Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Ministeerri Nageenyaa Tiraaktaroota qonnaa 12 qarshii miiliyoona 28tiin bituun naannaooleef gumaachuu isaa beeksise. Ministeerichi…
Fayyaa Ityoophiyaatti namoonni arfan Vaayirasii Koroonaan shakkaman bilisa ta’uun mirkanaa’e Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Yeroo 2ffaaf lammiileen Ityoophiyaa sadii fi laammiin Chaayinaa 1 Vaayirasii Koroonaan shakkaman bilisa ta’uun mirkanaa’e. Lammiilee…
Oduu biyya keessaa Weerara vaayrasii koroonaatiin balalii Chaayinaa dhaabun sirrii miti- Daandii Qilleensa Ityoophiyaa Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC)- Weerara vaayrasii koroonaatiin balalii gara Chaayinaatti taasifamu dhaabuun ittisa isaatif wabii akka hin ta'in hoji raawwachiisaan Daandii Qilleensa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq boqachuu Daani’eel Araap Mooyin gadda itti dhaga’ame ibsan Obse Wakgari Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen boqachuu preezdaantii Keeniyaa duraanii Daani'eel Araap Mooyin gadda itti dhaga'ame ibsan. Preezdaant…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin hoggansa olaanaa biyyoota miseensa Gamtaa Afrikaa koorniyaa idileessuu fi… Obse Wakgari Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC)- Yaa'iin hoggansa olaanaa biyyoota miseensa Gamtaa Afrikaa koorniyaa idileessuu fi barnootarratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti taa'amaa jira.…
Oduu biyya keessaa Rakkoo naannoo 22titti uummameen lubbuu darbeef qaamoleen sababa ta’an itti gaafatamu –… Obse Wakgari Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinnee naannoo 22tiitti rakkoo uumamee fi lubbuu darbeef qaamoleen sababii ta'an itti gaafatamu jedhame. Itti aanaan…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun gita isaanii Keeniyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Andaargaachaw Ministira Dhimma Alaaa Keeniyaa Ambaasaaddar Riicheel Awur Oomaammoo waliin…