Oduu biyya keessaa Hoomaa Awwaannisa gammoojii ittisuuf hojjetamaa jira Obse Wakgari Feb 12, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Hoomaa Awwaannisa Gammoojii iddoolee garaagaraatti mul’ate ittisuuf xiyyeeffannoo guddaan hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Reedwaan ambaasaaddaroota teessoo isaanii Finfinnee godhatan biyyoota garaagaraa waliin… Sifen Megersa Feb 12, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) - Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI Ambaasaaddar Reedwaan Huseen, ambaasaaddaroota biyyoota gara garaa teessoo isaanii Finfinnee godhatan…
Fayyaa Talalliin vaayrasii koroonaa baatiwwan 18 keessatti ni qophaa’a jedhame Obse Wakgari Feb 12, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) - Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa talalliin vaayrasii koroonaa baatiwwan 18 keessatti qophaa’uuf hojjetamaa jiraachuu beeksiseera. Daayreektarri olaanaa…
Oduu biyya keessaa Roobeetti proojaktiin bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona dhibba 5 fi miiliyoona 97 hojjetamaa jira Sifen Megersa Feb 12, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) –Bulchiinsa magaalaa Roobeetti ijaarsi proojaktii bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona dhibba 5 fi miiliyoona 97 hojjetamaa jira. Ijaarsi…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti sararri geejibaa mootora maleeyyii kiilo meetirri 100 diriirfamuufi Obse Wakgari Feb 12, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Finfinneetti sararri geejibaa mootora maleeyyii kiilo meetirri 100 diriirfamuufi. Eejansiin Maanaajimantii Tiraafikaa Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Trast Fandiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa proojaktoota maallaqaan deeggaraman 5 ifoomse Sifen Megersa Feb 12, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) - Trast Fandiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa proojaktoota maallaqaan akka deeggaraman marsaa dhumaaf 22 dhiyaatan 22 keessaa proojaktoota 5 ifoomseera.…
Teeknooloojii Dhaabbanni Saamsang bilbiloota haaraa S-20 fi Z Fliip jedhaman ifoomse Obse Wakgari Feb 12, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Dhaabbanni oomisha elektirooniksii Saamsang bilbiloota dhaloota 5ffaa haaraa tajaajila intarneetii qaban Gaalaaksii S-20 fi Z Fliip oomishuu…
Oduu biyya keessaa Lammiilee Ityoophiyaa kuma dhibba 1 fi kuma 20 gara biyyaatti deebisuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Feb 12, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa baqannaarra jiran kuma dhibba 1 fi kuma 20 gara biyyaatti deebisuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Muummee Ministira beeksise.…
Waajabila Faanaa Dargaggoo kennaa lootarii hiriyaa isaan abbaa carraa Birrii miiliyoona 1 ta’e Obse Wakgari Feb 12, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) - Jiraataan magaalaa Baahir Daar kennaa lootarii hiriyaa isaarraa argateen, abbaa carraa Birrii miiliyoona 1 ta’e. Dargaggoo Ayyaaleew Xilaahuun…
Oduu biyya keessaa Hanga bara 2025tti anniisaa haara’u waliin ga’uuf Doolaarri biiliyoonni 6.5 ni barbaachisa jedhame Sifen Megersa Feb 12, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti anniisaa haara’u hanga bara Faranjootaa 2025tti waliin ga’uuf Doolaarri Ameerikaa biiliyoonni 6.5 kana barbaachisu ta’uu Ministeerri…