Oduu biyya keessaa Tigiraayitti Oomishi Qonnaa %50 walitti qabame Debela Tadesse Nov 14, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC)- Naannoo Tigiraayitti bara oomishaa 2016/17 lafa hektaraa kuma 700 fi kuma 27 misoome keessaa %50 kan ta’u walitti qabamuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa…
Oduu biyya keessaa Waliif owwaannee imimmaan harmee haa qoorsinu jedhan jiraattoonni Gujii Lixaa Debela Tadesse Nov 14, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC)- Godina Gujii Lixaa fi Magaalaa Bulee Horaatti hiriirri waamicha nageenyaa fi araaraa gaggeeffameera. Hiriiricharratti Abootii Gadaa, Haadhoolii Siinqee…
Oduu biyya keessaa Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti hiriirri waamicha araaraa gaggeeffame Sifen Megersa Nov 14, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC) – Aanaalee fi Magaalota Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, Qellem Wallaggaa fi Baaleetti ummanni Hiriira ba’uun waamicha nageenyaa taasiise. Abbootiin…
Teeknooloojii Itiyoo teelekoom Sirna Paarkiingii dijitaalawaa ifoomse Debela Tadesse Nov 14, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC)- Itiyoo teelekoom Sirna Paarkiingii Konkolaataa dijitaalawaa ifoomseera. Teeknooloojiin kunis “Smart Parking Systam” kan jedhamu yoo ta’u, Magaalaa…
Idil Addunyaa Hammaachuu rakkoo nageenyaa Somaaliyaa Sifen Megersa Nov 14, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC) – Magaalaa Guddoo Somaaliyaa Moqaadishootti haleellaa Boombiin raawwatameen lubbuun namoota 3 darbuu ibsame. Haleellaan kun miseensota qaamolee…
Oduu biyya keessaa Jilli olaanoo Chaayinaa kutaa bulchiinsa Jiiyaansuu Finfinnee gale Sifen Megersa Nov 14, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC) – Jilli bulchaa olaanaa Kutaa bulchiinsa Jiiyaansuu Shuu Kuuliin durfamu Finfinnee galeera. Jilichi waayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahu…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni Godina Arsii maaliif hiriira ba’an? Debela Tadesse Nov 14, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC)- Jiraattoonni Godina Arsii aanaalee garaagaraa hiriira ba’uun qaamolee hidhatanii bosona jiraniif waamichaa nagaa taasisaniiru. Godinichatti, qaamni…
Ispoortii Tapha CAF’n Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itiyoophiyaa galchii hedduu… Tsehay Guluma Nov 13, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC) -Tapha ramaddii 2ffaa Shaampiyoonsi Liigii Dubartootaa CAF'n Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Kilaba Afrikaa Kibbaa Maameloodii Sandaawunsiin galchii 4 fi 0n…
Oduu biyya keessaa Alergitoonni sharafa alaa argatan keessaa %50 gurguruun kan hafe yeroo hin murtoofneef tursisuu… Tsehay Guluma Nov 13, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC)- Alergitoonni boruu eegalee sharafa alaa argatan keessaa %50 gurguruu fi %50 immoo yeroo hin murtoofneef lakkoofsa herregaa isaanii Itiyoophiyaa qaban…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Jamaal Bakar carraaqqii dippiloomaasii fi gumaacha taasisaniin badhaafaman Tsehay Guluma Nov 13, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC)- Paakistaanitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Jamaal Bakar paakistaanitti carraaqqii dippiloomaasii gaarii taasisaniin badhaasni kennameef. Barruun…