Idil Addunyaa Johaan Ruupart sooressa sadarkaa 1ffa Afrikaa ta’e Sifen Megersa Aug 28, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC) – Lammiin Afrikaa Kibbaa Johaan Ruupart qabeenya Doolaara biiliyoona 14.3 baasu horachuun sooressa sadarkaa 1ffa Afrikaa ta’uu ibsameera. Johaan Ruuparti…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa barattoota addatti leenjisaa ture eebbisiise Debela Tadesse Aug 28, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa barattoota manneen barnootaa 28rraa ba’aniif Saayinsii, teeknooloojii, Mahaandisummaa fi herregaan leenjii addaa kennaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Bakka Bu’aa Baankii Misooma Afrikaa geggeessan Debela Tadesse Aug 28, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Itiyoophiyaatti Bakka Bu'aa fi Daayrektara Itti Aanaa Baankii Misoomaa Afrikaa Dooktar Abdul Kaamaaraa…
Oduu biyya keessaa Sirreeffamtoota Seeraa kuma 3 fi 611’f dhiifamni taasifame-BAAO Debela Tadesse Aug 28, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC)- Sirreeffamtoota Seeraa kuma 3 fi 611’f dhiifamni taasifamuu Biiroon Abbaa Alangaa Oromiyaa beeksise. Hogganaan Biirichaa Obbo Guyyoo Waariyoo ibsa…
Oduu biyya keessaa Qonna Gannaan hanga ammaatti lafti hektarri miiliyoonni 17.7 sanyiin uwwifame – Ministeera… Sifen Megersa Aug 28, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC) – Qonna Gannaa bara kanaan hanga ammaatti lafti hektarari miiliyoonni 17.7 sanyiin uwwifamuu Ministeera Qonnaa beeksise. Lafa misoome keessaa heektaarri…
Oduu biyya keessaa Pirofeesar Gabbisa Ejjetaan qorata misooma midhaanii waggaa jedhamuun filaman Debela Tadesse Aug 28, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC)- Ameerikaatti Yuunivarsiitiin adda duree fi beekamaa ta’e Yuunivarsiitiin Purdi dhalataa Itiyoophiyaa kan ta'an Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaa, qorannoo…
Oduu biyya keessaa Komishinichi Naannoo Sidaamaatti waltajjiin ajandaa walitti qabuu eegalame Debela Tadesse Aug 28, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC)- Komishininiin Marii Biyyaalessaa Naannoo Sidaamaatti waltajjii marii ajandaa walitti qabuu Magaalaa hawaasaatti eegaleera. Waltajjicharratti kutaaleen…
Oduu biyya keessaa Dodolaatti rooba cabbii fi bubbee makatee roobeen lubbuun beeyladoota 19 darbe Debela Tadesse Aug 28, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC)-Godina Arsii Lixaa Aanaa Dodolaatti rooba cimaa bubbee fi cabbii makatee roobeen mancaatii cimaan qabeenyarra qaqqabuun ibsame. Guyyaa kaleessaa roobaa…
Biiznasii Tajaajilichi bara baajataa darbe Galii Birrii biiliyoona 43 argachuu beeksise Sifen Megersa Aug 28, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC) – Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa bara baajataa darbe keessa Galii Birrii biiliyoona 43 argachuu beeksiseera. Bara baajataa 2016 keessa maamiltoota…
Oduu biyya keessaa Eeliyaas Dirribaa Badhaaneen kana dura yakka cimaan himatamuun yeroo 3 du’aan akka adabamu… Sifen Megersa Aug 28, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC) – Namoota qajeelfamaa fi hojmaata Siiviil Ayiveeshinii camsuun to’annoon jala oolaan keessa Eeliyaas Dirribaa Badhaaneen kana dura maqaa Daawwit Dirribaa…