Oduu biyya keessaa Daneessummaa keenya tokkummaafi nageenya waaraaf-BKO Debela Tadesse Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)-Daneessummaa keenya gabbisuun tokkummaa fi nageenya waaraatti nuceesisa jechuun Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa Ibse. Biirichi Qaammee 4- ‘Guyyaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee ayyaana bara haaraa sababeeffachuun lammiilee harka qalleeyyii kuma… Sifen Megersa Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC) – Qaammeen 4, Guyyaan Daneessummaa mata duree “Daneessummaa keenya tokkummaafi nageenya waaraaf!” jedhuun kabajamaa jira. Bulchiinsi magaalaa Finfinnees…
Oduu biyya keessaa Sabdaneessummaan keenya bifa keenya, tokkummaan keenyammoo waa’ee jiraachuu keenyaati-Dooktar… Debela Tadesse Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Sabdaneessummaan keenya bifa keenya, tokkummaan keenyammoo waa'ee jiraachuu keenyaati jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaanonnii fi dhalattoonni Itiyoophiyaa baga guyyaa daneessummaa nagaan geessan-TKM Debela Tadesse Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaanonnii fi dhalattoonni Itiyoophiyaa bagaa guyyaa daneessummaan nagaan geessan jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ergaa dabarse.…
Oduu biyya keessaa Sagantaan badhaasa “Nama gaarii” gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Sagantaan Badhaasa “Nama Gaarii” marsaa 12ffaan gaggeeffamaa jira. Saganticharratti Pireezidantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee dabalatee keessummoonni…
Oduu biyya keessaa Lammiileen 670 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Saa’ud Arabiyaatti lammiileen Itiyoophiyaa haala rakkisa keessa turan 670 gara biyyaatti deebi’aniiru. Deebitootaaf deeggarsa barbaachisaa taasisuun…
Oduu biyya keessaa Sirni Awwaalchaa Pirofeesar Indiriyaas Isheetee raawwate Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Sirni Awwaalchaa Pirofeesar Indiriyaas Isheetee Finfinnee Mana Amantaa Sillaasee Kaateediraalitti raawwateera. Pirofeesar Indiriyaas Isheeteen dhibee…
Oduu biyya keessaa Konfiraansiin Manneen Murtii Aadaa Oromiyaa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Konfiraansiin Manneen Murtii Aadaa Oromiyaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Waltajjicharratti Pireezidaantii Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Bara haaraa sababeeffachuun manneen jireenyaa 837 dabarfaman Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Bara haaraa sababeeffachuun Kutaalee Magaalaa Finfinnee garaagaraatti manneen jireenyaa waliinii ijaaraman 837 harka qalleeyyii fi jiraattota biyyaaf oolmaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan dhaala dhaloota boruu waan taateef, birmadummaa ishee kabachiisnee ni tursian- Obbo… Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan dhaala dhaloota boruu waan taateef, birmadummaa ishee kabachiisuun ni tursina jedhan Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna…