Fana: At a Speed of Life!

Boru Oromiyatti mariin ummataa ni gaggeeffama

Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)- Mariin ummataa qaamoolee hawaasaa garaagaraa hirmaachise boru Naannoo Oromiyaa magaalota 20 ol keessatti kan gaggeeffamu ta’uun eerame.

Marichis hoggantoota olaanoo mootummaa federaalaa fi naannolee biroon kan hogganamu yoo ta’u, walitti dhufeenya, walhubannaa fi tokkummaa sabdaneessaa fi obbolummaa cimsuuf gumaacha olaanaa kan qabu ta’uun eerameera.

Hoggantoonni Ol’aanoo federaalaa fi naannoolee garagaraaummata mariisisuuf boobba’an wiirtuulee mariif qophaa’an gala jiraachuu ragaan Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.