Fana: At a Speed of Life!

Boru marii ummataa magaalota 20tti gaggeeffama

Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Guyyaa boruu magaalota garaagaraa 20’tti mariin ummataa kan gaggeeffamu ta’uun ibsame.
 
Waltajjichi mata duree “Obbolummaa sabdaneessummaa nageenyaa waaraa fi badhaadhinaa hunda galeessaaf” jedhuun kan gaggeeffamu ta’uun eerameera.
 
Waltajjii marichaarratti qondaaltonni olaanoo mootummaa dhimmoota garaagaraarratti ummata kan mariisisan ta’uunis eerameera.
 
Qondaaltonnis magaalota giddugalii waltajjii marichaa itti gaggeeffamuu galaa jiraachuunis ibsameera.
 
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
 
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
 
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
 
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.