Boru guyyaan Ityoophiyaa guutuu biyyattiitti ni kabajama
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Boru guyyaan Ityoophiyaa guutuu biyyattiitti kabajamee kan oolu ta’uu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiise.
Qopheessummaa bulchiinsa magaalaa Finfinneen mata duree ‘kabaja Ityoophiyaaf nan dhaabbadha,nan faarfadha ‘ jedhuun guyyaan Ityoophiyaa ganama sa’aatii 2:30 eegale daqiiqaa 2f faaruu biyyaalessaa faarfachuun kan kabajamu ta’uu ibsameera,
Lammiileen Ityoophiyaa hundi iddoo jiratti sa’aatii eerametti akka kabajan waamichi dhiyaatera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.