Boordiin filannoo Paartilee siyaasaa sadiif beekkamtii kenne
Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Paartilee siyaasaa sadiif beekkamtii kenneera.
Boordichi, bu’uura Labsii Galmeessaa fi Naamusa Paartilee Siyaasaa Filannoo Itiyoophiyaa lakkoofsa 1162/2011’n “Paartii Dimokiraasummaa Ummatoota Walloo”, “Sochii Biyyaalessaa Ummatootaa Kuush”, “Biheeraawwii Baayitoo Abbaay Tigraay” jedhamaniif beekkamtii kennuu beeksiseera.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.