Fana: At a Speed of Life!

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Naannoo Beenishaangul Gumuuzitti filannoo gaggeessuuf ture adda kutuu ibsame

Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Naannoo Beenishaangul Gumuuzitti filannoo irra deebiin gaggeessuuf ture adda kutuu beeksiseera.

Boordichi baatii Muddee bara 2014 filannoo gaggeessuuf hojii eegalee kan ture yoo ta’u, sababii labsiin yeroo ariifachiisaa labsameef yeroo qabametti filannicha gaggeessuu akka hin dandeenye ibsuu ragaan Boordii Filannoo Biyyaalessaarraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.