Fana: At a Speed of Life!

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa wixinee gabatee yeroo filannoo ilaalchisuun marii gaggeessaa jira

Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa paartilee siyaasaa waliin wixinee gabatee yeroo filannoo ilaalchisuun marii gaggeessaa jira.
Filannoo biyyaalessaa 6ffaa ilaalchiisun boordiin filannoo biyyaalessaa hawaasa siivilii, paartilee siyaasaa fi qaamoolee dhimmi ilaalu waliin marii gaggeessaa tureen firii argame waltajjii guyyaa har’aa irratti ni dhiyeessa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.