Fana: At a Speed of Life!

Boordichi hojiilee yeroo itti aanu raawwataman ilaalchisee ajaja waliigalaa waliin mari’ate

Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Boordiin Qorannoo Raawwii labsii yeroo ariifachiisaa naannoo Amaaraa hojiilee yeroo itti aanu raawwataman ilaalchisee ajaja waliigalaa waliin mari’ateera.

Erga labsichi irra deebiin dheeratee raawwii hojii jiru, haala qabatamaa amma jiruu fi dhimmoota biroorratti mari’achaa jiraachuu ibsameera.

Hojiin naannichatti nageenya waaraa buusuuf hojjetame nageenya argamsiisuu fi nageenya naannichaa ittichuuf ammas hojiilee hojjetamuu akka qaban jiraachuu eerameera.

Boordichi baatiwwan jahan gara naannichaatti imaluun hordoffii taasiisaa turuu marichaan ka’uu ragaan Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.