Fana: At a Speed of Life!

Bobbiiwwan tajaajila Nageenyaa fi Odeeffannoo biyyaalessaa tasagabbii fi nageenya biyyaalessaaf qooda olaanaa bahachuu ibsame

Finfinnee, Hagayya 2, 2016 (FBC) – Bobbiiwwan tajaajila Nageenyaa fi Odeeffannoo biyyaalessaa tasagabbii fi nageenya biyyaalessaaf qooda olaanaa bahachuu Daayrektarri Jeneralaa tajaajilichaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen ibsan.

Ambaasaaddar Reedwaan Huseen kutaalee hojii garaagaraa daawwachuun bobbiiwwan yeroo itti aanuu ilaalchisee qajeelfama hojii kennaniiru.

Naannawaa rakkoon nageenyaa, walitti bu’iinsi tureeti bobbii hojii taasiisuun hawaasni nagaan bahee akka galu qaamolee nageenyaa waliin hojiileen hedduun hojjetamuu kaasaniiru.

Bobbii fi oppireeshinii gaggeeffameen shirawwan nageenyaa fi tasgabbii hawaasaa booreessuuf taasiifamaa ture fashaleessuun danda’amuu Ambaasaaddar Reedwaan ibsaniiru.

Kanaanis naannawaa rakkoon nageenyaa turetti tasgabbiin uumamuu fi biyya baraaruun danda’ameera jedhan.

Raawwii hojii bara 2016 gamaaggamuun kallatti yeroo itti aanuu jennuu isaanii tajaajilicha ibsa EBC ergeen himeera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.