Fana: At a Speed of Life!

Boba’aan seeran ala socho’aa ture Barmeelli 46 to’atame

Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Boba’aa seeran ala socho’aa ture Barmeela 46 to’achuu Poolisiin magaalaa Miizaan Amaan ibse.

Naafxaan Barmeelli 35 fi Beenzilli barmeelli 11 karaa seeraan alaa socho’aa ture to’atamuu Ajajaan Poolisii magaalichaa gargaaraan Inispeektaraa Adaanaa Alamaayyoon himaniiru.

Boba’aa to’atamerratti qorannoon gaggeeffamaa jiraachuu ragaan Komishinii Poolisii Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.