Boba’aan karaa seeraa alaa Jigjigaa karaa Somaalee Laandii ba’uuf ture to’atame
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Boba’aan karaa seeraan alaa naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaan gara Somaalee Laandii ba’uuf ture liitirri kumni 2 fi 820 to’atamuu Biiroon Daldalaa fi Geejjibaa naannichaa to’atamuu beeksiise.
Boba’aan Jarikaaniin 141 Awutoobisiin fe’amee ba’uuf ture to’atamuu ragaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii naannoo Somaaleerraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.